DHIPHACHUU/JEEQAMUU
▬▬▬▬▬▬▬▬
⛤➨Dhiphinni dhukkuba sammuu irraan miidhaa geessisuu danda'uu dha. Dandeettii hanga namni yaaduu danda'uu ni hir'isa. namni yeroo hundumaa dhiphatu mallattoolee kanneen akka:
➊ Kophaa ta'uu
➋ Hojii sirnaan hojjechuu dhabuu yookiin karaa miidhaa geessisuun hojjechuu.
➌ Walitti dhufeenya yookiin hariiroo namootaa waliin qabu dhaabuu.
➍ Hirriiba nagaa dhabuu.
Yaadoleen dhiphina namatti fidan kanneen akka
-Bakka yaadan hanqachuu,
-Dhiibbaa hiriyaa,
-Qusannaa dhabuu,
-Odeeffannoo sobaa,
-Ofitti amanuu dhabuu,
➎ Dhiphinaan namni miidhame dandeettiin, haamileen yookiin anniisaan waan tokko hojjechuu isaa gadi bu'aa adeema.
➏ Waan tokko Itti fufee hojjechuuf sababa dhabsiisa. jireenyi akka hiika hin qabneetti itti mul'ata.
⛤➨Dhiibbaan kuni walitti dabalamee yaada sammuu isa gaarii yaaduu fi xiinxaluu danda'u irraan miidhaa geessisa.
Dhiphina ooluudhaaf maal gochuu barbaachisa?
👉 Wanta hojjatan ija gaarummaatiin ilaalanii hojjechuu fi itti gammaduu.
👉 Wanta keessa ofiitti yaadan baasanii dubbachuu! 👉 Ofitti amanuu! 👉 Guyyaa guyyaadhaan waan haaraadhaan of dammaksuu. 👉 Faaruu, muuziqaa, yookiin wanta jaalatan dhaggeeffachuu.