Waa’ee Keenya (About Us)
Beekumsa Waliigalaa bakkuma barnootaa fi odeeffannoo waliigalaa namoota hundaaf qophaa’e dha. Kaayyoon keenya odeeffannoo sirrii, qulqulluu fi amansiisaa Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliffaan dhiyeessuudha.
Website kana irratti waa’ee barnoota, teknolojii, hojiilee interneetii, daldalaa online, fayyaa, ispoortii fi oduu addunyaa maxxansina. Akka namni kamiyyuu beekumsa haaraa barachuu fi fayyadamu danda’u gochuu dha kaayyoon keenya guddaan.
Kaayyoo Keenya
- Beekumsa qulqulluu fi sirrii dhiyeessuu
- Odeeffannoo sobaa irraa fagaachuu
- Akka dubbistoonni keenya fayyadamaa ta’an gargaaruu
- Barnoota Afaan Oromoo guddisuu
Maaliif Nu Filattu?
- Odeeffannoo amanamaa fi sirrii qofa maxxansina
- Qorannoo irratti hundaa’ee barreessina
- Afaan salphaa fi hubatamaa fayyadamna
- Yeroo hunda odeeffannoo haaraa maxxansina
Nu Qunnamaa
Gaaffii, yaada yookaan gorsa yoo qabaatte, fuula Contact Us keenya irraa nu qunnamuu dandeessa.
Galatoomi website keenya daawwatteef 💚