Biizinaasii jeechuun maalii.?
Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajjiifi, humna isaan of jirachiisuu hundii biizinaasii jedhamaa. /Employee, Self Employed, Business Owner and Investors/ of keessaa qaba.
《》¤《》.Biizinaasii jalqabuun dura karoora dhimmoota ilaalamuu qaban. Yaada biizinaasii bilchaataa qabaachuu, Beekumsaa fi dandeettii qabachuu,Gabaa fi fedhii jiru qorachuu, Baasii ittin jalqaban, Dorgomii, bakka biizinaasii filachuu fi humnaa nama teeknooloojii fayadamuu.addaan bafaachun isaa duraati.
《》¤《》Qarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuuf ammoo dandeettiif tooftaan barbachisaadha.
《》¤《》'Biizinasii tokko hojjachuuf tooftaalee arfaan kanaa hordoofnan ni milkofta wantaa barbadde hojjachufiis haraa siitti hinta'uu【4】:
【1】Iccitii itti namaa waliin hojjettu malee iccitii hojii keetii gonkumaa namaaf hin himin!
【2】Waan si harka hin geenye abdattee hin gammadin, yoo dhabde ni miidhamta.
【3】Hojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu!
【4】Waan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin ariifatin.
Osumaa nyaannu fi Ayyaana jeennu hojiin akka nujaala hinbanneef gorsaa tati fullii garaa hojii.
★